
















President's Message
In recent years, the Oromia Courts have adopted several technologies to improve efficiency, transparency, and access to justice. These initiatives are part of a broader effort to modernize the judicial system and ensure timely service delivery. Key Technologies in Use: …
Vision And Mission
ERGAMA
Ergamni waliigalaa manneen murtii Oromiyaa tajaajila abbaa seerummaa dhaqqabamaa, si’ataa fi bu’a qabeessa ta’e, seera qofa irratti hundaa’uudhaan, haala loogii fi gartummaan ala ta’een hojii isaaniis bilisummaa guutuu fi itti gaafatamummaa ol’aanaadhaan ni hojjetu.
MUL'ATA
Bara 2022tti mana murtii seera hiikuun haqaa fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessee amantaa uummataa horachuun biyya keenya keessatti fakkeenya ta’e arguu.
DUUDHAALEE
Bilisummaa fi Itti Gaafatamummaa Abbaa Seerummaa/Judicial Independence and Accountability. Beekumsaa fi Gahumsa/ Iftoomina/Transparency Knowledge and Competency. Miira Tajaajiltummaa/ Sense of Stewardship. Fayyaalummaa/Propriety Al-loogummaa fi Wal-qixxummaa/ Impartiality and Equality. Tilmaamamoo/ Predictability. Ejjennoo Gaarii/Integrity
For feedback scan this QR Code

Itti Quufinsa Tajaajila Mana Murtii Keenya irraa qabdan Iskaan gochuun nuuf ibsaa

